BBC News Afaan Oromoo
BBC News Afaan Oromoo's Channel
 
BBC News Afaan Oromoo has no videos available.
 
BBC News Afaan Oromoo
Profile
 
Name
BBC News Afaan Oromoo
Description
Yooyyaa! Baga nagaan gara chaanaalii YouTube BBC Afaan Oromootti dhuftan.

Kun imala addaa nuti isin waliin eegalledha. Chaanaalii kanaan waan Itoophiyaa, Afrikaafi addunyaa keessatti ta’an ijoo; jireenya keessan keessatti dhiibbaa qaban, jireenya keessan fooyyessan, akkasumas beekumsa keessan guddisuu danda'an; bifa viidiyoon, af-gaaffii, dokumantarii gaggabaaboo ta'an; haaluma ulaagaa BBC'tti amanamummaa, iftoominaafi loogii malee isiniif dhiyeessina. Maaloo koottaa seenaa jireenya keessan nuuf qoodaa. Yaada keessaniis nuuf barreessaa. Akkasumas karaa marsariitii BBC News Afaan Oromoo, Facebook fi WhatsApp keenyaatiin geessituu armaan gadii cuqaasuun ammoo caalaatti nu argachuu dandeessu.

Subscribers
174K
Subscriptions
Channel Comments
There are no comments for this user.
userid get finish at: 0.00 clean innertube fetch finish at: 0.70 main response parse finish at: 1.10 getAdditionalSections finish at: 1.30 applyHTML finish at: 1.30